-UI Improved
Appi Kana Kessatti Jechoota hayyuu oromoo DR Abiy Ahimed dubbatan isiniif dhiheessinaa.
Ashamaa harka fuune jaalatamtoota fi kabajamtoota ilmaan oromoo. Applicationin kana kessaatti jechoota hayyuu oromoo DR Abiy Ahimed dubbatan isiniif dhiheessinaa. Appin kun Jechoota DR Abiy Ahimed dubbatan gosoota heddu kan qabu yommuu ta’u , akkasumas hayyoota garagaratiin kan dhiyaateedha.
This version of Abiy Ahmed Qoutes Android App comes with one universal variant which will work on all the Android devices.
If you are looking to download other versions of Abiy Ahmed Qoutes Android App, We have 3 versions in our database. Please select one of them below to download.